|

Radio: The weekly radio broadcast is one of the major activities of the OCO. OCO has guidelines on how the radio program is operating. The program is broadcasted on WUST AM 1120 from 10:00 AM - 10:30 AM. You can listen live to WUST On Your Cell Phone!!! Call (703) 651-1451 and Listen. Below are the list of broadcasts aired in recent weeks. To send your comments and/or news to us, please click here >>.
Most Recent OCO Radio Broadcasts
| Ji'a (Month) |
Guyyaa (Date) |
Qabiyyee (Content) |
| Waxabajjii (June) |
06-05-10 |
Oduu, Tokkummaa Oromoo fi konferensii Waldaa Artistoota Oromoo Minneapolis keessatti godhame, mana seeraatti dhihaachuu ilaalchisee waan Woyyaaneen godhaa jirtu, beeksisa |
| Camsaa (May) |
05-29-10 |
Oduu, Hiriira Nagaa Washington, DC keessatti gaggeeffame, Filmaata Woyyaanee irratti qophii addaa, beeksisa |
| |
05-22-10 |
Oduu, Afaan Oromoo afaan hojii ta'uu irratti ilaalcha OFC fi OPDO, filmaata woyyaanee fi rakkina ummamaa jiru, beeksisa |
| |
05-15-10 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Dr Asfaw Bayana fi Obbo Fayyeeraa, Oromoota hidhaa hamaa fi ajjeechaan itti murame ilaalchisee qophii addaa, beeksisa |
| |
05-08-10 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Luba Harwood Scheffar, Dr Haile Hirpa fi Prof Asafa Jalata waliin taasifame, beeksisa |
| |
05-01-10 |
Oduu, Tokkummaa dhaabota Oromo ilaalchisee barruu Abdii Booruu, OPDOn afaan Oromo afaan hojii ta'u mormuu, beela Oromiyaa miidhaa jiru irratti ibsa OXFAM, beeksisa |
| Ebla (Apr) |
04-24-10 |
Oduu, Oromoota yakka dabaa itti jige ilaalchisee qophii addaa, beeksisa |
| |
04-17-10 |
Oduu, dargagoota Oromoo afur raadiyoo tolchanii ummata tajaajilaa jiran ilaalchise, beeksisa |
| |
04-10-10 |
Oduu, Oromummaa fi amantii ilaalchisee barruu Obbo Abdii Booruu, Koolugaltoota Oromoo Bosaasoo Puntlaand irraa humnaan biyyatti deebifamaa jiran, beeksisa |
| |
04-03-10 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Dr Haile Hirpa kutaa 2ffaa, beela Baalee keessatti ummata gaagga'aa jiru, beeksisa |
| Bitootessa (Mar) |
03-27-10 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Dr Haile Hirpa, Prof. Asafa Jallata, Leencoo Baati waliin taasifame, beeksisa |
| |
03-20-10 |
Oduu, Konfaransii OACC, Rakkoo kolugaltoota Oormo Libya, boqotuu Kol. Sahle Degago, beeksisa |
| |
03-13-10 |
Oduu, Qircamuu lafa Oromoo, filmaata fakkeessaa woyyaanee, waahii guddina afaan Oromoo, beeksisa |
| |
03-06-10 |
Oduu, "Yeroon ijaajjee nama hineegu" - barruu xinxalaa, waahii guddina afaan Oromoo, Walaloo AbbaaKallachaa, beeksisa |
| Guraandhala (Feb) |
02-27-10 |
Oduu, Xalayaa OSAn tamsaase, Guddina afaan Oromoo, Rakkina woyyaaneen mormitoota filamuuf carraaqan irra geesisaa jirtu, beeksisa |
| |
02-20-10 |
Oduu, mankaraarsa ilaalchisee gaaffii fi deebii Obbo Fayyeraa waliin godhame, shamarran Libanon keessatti hojjattuu ta'anii dalagan irra rakkoo gahaa jiru, beeksisa |
| |
02-13-10 |
Oduu, yaada dhaggeeffatootaa, qophii fayyaa (sagantaa kanaan dura dhihaate), beeksisa |
| |
02-06-10 |
Oduu, "Mankaraarsi yakka ulfina namaa irratti raawwatamuu" - waraqaa qorannoo, xayyaaraa Itophiyaa Beirut itti kufe ilaalchisee, beeksisa |
| Amajjii (Jan) |
01-30-10 |
Oduu, Rakkoo kolugaltoota Oromoo biyya Maaltaa keessaa, Ilaa fi Ilaaamee barruu Obboo Ibsaa Guutamaa, beeksisa |
| |
01-23-10 |
Oduu, Beela Harargee fi akkaataa gargaarsaa ilaalchisee qophii addaa |
| |
01-16-10 |
Oduu, Jeequmsa Kolejjii Ardaaytaa fi Rakkina baqattoota Bosaasoo, Puntland, ilaalchisee qophii addaa |
| |
01-09-10 |
Oduu, rakkoo fi gadadoo Oromoo irraa gahaa jiru ilaalchisee qophii addaa |
| |
01-02-10 |
Oduu, Waggaa haaraa ayyaaneeffatame ilaalchisee yaada dhaggeeffatootaa, beeksiisa |
| Muddee (Dec) |
12-26-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Luboota Waldaa Oromoo waliin taasifame, beeksiisa |
| |
12-19-09 |
Oduu, Sagantaa bara 2009 keessa tamsa'e keessaa cunfaasaa, Walaloo - Tokkummaa, beeksiisa |
| |
12-12-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Obboo Ibsaa Guutamaa waliin taasifame kutaa 3ffaa, beeksiisa |
| |
12-05-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Obboo Ibsaa Guutamaa waliin taasifame kutaa 2ffaa, beeksiisa |
| Sadaasa (Nov) |
11-28-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Obboo Ibsaa Guutamaa waliin taasifame kutaa 1ffaa, beeksiisa |
| |
11-21-09 |
Oduu, Qubee Afaan Oromoo fi Walaloo AbbaaKallachaa - Gaaddisaa Odaa, beeksiisa |
| |
11-14-09 |
Oduu, Qubee Afaan Oromoo ilaalchisee, Beeksiisa |
| |
11-07-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii koree bulchiinsaa fi tajaajila mana Oromoo waliin godhame kutaa lammaffaa, Beeksiisa |
| Onkololessa (Octo) |
10-31-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii koree bulchiinsaa fi tajaajila mana Oromoo waliin godhame kutaa tokkoffaa, Beeksiisa |
| |
10-24-09 |
Oduu, sirboota Abdii Nuressaa, Beeksiisa |
| |
10-17-09 |
Oduu, Qophii fayyaa -- waahii Shiishaa irratti, Beeksiisa |
| |
10-10-09 |
Oduu, Beeksiisa |
| |
10-03-09 |
Oduu, Rakkoo Oromoti biyyaa godaanan rakkoo isaan mudaataa jiru, Beeksiisa |
| Fulbaana (Sept) |
09-26-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Obbo Daawud Ibsaa kutaa 2ffaa, Beeksiisa |
| |
09-19-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Obbo Daawud Ibsaa fi Obboo Lube Birru, Beeksiisa |
| |
09-12-09 |
Oduu, Irreechaa fi Gubaa ilaalchisee, Beeksiisa |
| |
09-05-09 |
Oduu, Oromooti akkaata Ramadaana itti soomanan yaada miseensa hawaasa keenya, Beeksiisa |
| Hagayya (August) |
08-29-09 |
Oduu, sirba, Beeksiisa |
| |
08-22-09 |
Oduu, Gaaffi fi deebii Sheik Aliyyii Jimmaa waliin Ramadaana ilaalchisee godhame, Beeksiisa |
| |
Qophii Addaa |
Gaaffi fi deebii Sheik Aliyyii Jimmaa waliin Soomana Ramadaanaa ilaalchisee godhame guutuu isaa |
| |
08-15-09 |
Oduu, Walaloo Mohammed-Amin AbaBiya (Ija), Beeksiisa |
| |
08-08-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Oromoota qophii Atlaantaa keessatti hirmaatan waliin godhame, Beeksiisa |
| |
08-01-09 |
Oduu, Sagantaalee Magaalaa Atlaantaatti Adeemaa jiran ilaalchisee, Beeksiisa |
| Adoolessa (July) |
07-25-09 |
Oduu, Mahbubaa - seenaa Oromtittii jaarraa 19ffaa, Beeksiisa |
| |
07-18-09 |
Oduu, Gaaffi fi deebii Artist Abdii Nuressaa waliin godhame, Beeksiisa |
| |
07-11-09 |
Oduu, Gaaffi fi deebii dhaggeeffatoota waliin godhame, Beeksiisa |
| |
07-04-09 |
Oduu, Gaaffi fi deebii ogeessitoota fayyaa waliin (2), Beeksiisa |
| Waxabajjii (June) |
06-27-09 |
Oduu, Gaaffi fi deebii ogeessitoota fayyaa waliin (1), Beeksiisa |
| |
06-20-09 |
Oduu, Beeksiisa |
| |
06-13-09 |
Oduu, Gaaffii fi Deebii Prof. Gabbisaa Ejjataa |
| |
06-06-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
Caamsaa (May)
|
05-23-09 |
Beeksiisa, Sirboota fi Walaloo |
| |
05-09-09 |
Beeksiisa, Sirboota
|
| |
05-02-09 |
Beeksiisa, Sirboota
|
Ebla (April)
|
04-18-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
04-11-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
04-04-09 |
Oduu, Bitamuu mana Oromoo ilaalchisee yaada hawaasa keenyaa, Beeksiisa
|
| Bitootessa (March) |
03-28-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
03-21-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
03-14-09
|
Oduu, Sochii barattoota Oromoo biyya keessaa ilaalchise, Beeksiisa
|
| |
03-07-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Artist Kilolee Melbaa waliin taasifame, Beeksiisa
|
| Guraandhala (February) |
02-28-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Artist Abdii Nuressaa waliin taasifame, Beeksiisa
|
| |
02-21-09 |
Oduu, Gaaffii fi deebii Obbo Bulchaa Damaqsaa waliin taasifame, Beeksiisa
|
| |
02-14-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| Amajjii (January) |
01-31-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
01-24-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
01-17-09 |
Oduu, Beeksiisa
|
| |
01-10-09
|
Oduu, Beeksiisa
|
| Sagantaa Bara 2008 |
| Muddee (December) |
12-27-08 |
Oduu, Beeksiisa, Gaafii fi Deebii Laggasa
|
| |
12-20-08 |
Oduu, Beeksiisa, Kan dhageenyerraa
|
| |
12-13-08 |
Oduu, Beeksiisa, Walaloo
|
| |
12-06-08
|
Oduu, Beeksiisa, Qophii addaa
|
| Sadaasa (November) |
11-29-08 |
Oduu, Beeksiisa, Commentary on Qamar
|
| |
11-22-08 |
Oduu, Beeksiisa, Gaaffii fi Deebii Obboo Habtaamuu Dhugoo (2)
|
| |
11-15-08 |
Oduu, Beeksiisa, Gaaffii fi Deebii Obboo Habtaamuu Dhugoo (1)
|
| |
11-08-08
|
Oduu, Beeksiisa
|
| |
11-01-08
|
Oduu, Beeksiisa
|
| Onkoloolessa (October) |
10-25-08 |
Oduu, Walaloo (Lola quboota harkaa shanani) |
| |
10-18-08 |
Oduu, Walaloo (Dimokraasii beelaa) |
| |
10-11-08 |
Oduu, Qophii addaa (Biyyatti galla moo?) |
| |
10-04-08 |
Oduu, Walaloo (Ishiif yelban malee) fi Sirboota |
| Fulbaana (September) |
09-27-08 |
Oduu, Walaloo (Tokkummaa Oromoo) |
| |
09-20-08 |
Oduu, Walaloo (Muka Qottoo - boquu ol qabadhu) |
| |
09-13-08 |
Oduu, gaaffii fi deebii Miseensa Shanee Gumii Jaal Toleera waliin rakkoo ABO keessatti uumame ilaalchisee goone |
| |
09-06-08 |
Oduu, gaaffii fi deebii Jeneral Kamaal Galchuu waliin rakkoo ABO keessatti uumame ilaalchisee goone |
| Hagayya (August) |
08-30-08 |
Oduu, gaaffii fi deebii (Koloneel) Jaal Gammachuu Ayyaanaa waliin rakkoo ABO keessatti uumame ilaalchisee goone |
| |
08-23-08 |
Oduu, gaaffii fi deebii Doktor Mararaa Guddinaa dura taa'aa Kongreessi Oromoo Biyyooleessaa waliin goone |
| |
08-16-08 |
Oduu, , Gaffii fi deebii Obbo Bulchaa Dammaqsaa dura taa'aa WAFIDO waliin goone - Kutaa 2ffaa |
| |
08-09-08 |
Oduu, Gaffii fi deebii Obbo Bulchaa Dammaqsaa dura taa'aa WAFIDO waliin goone - Kutaa 1ffaa |
| |
08-02-08 |
Oduu, Seenaa J/Taaddasaa Birruu |
| Adoolessa (July) |
07-26-08 |
Oduu, sirboota fi geerarsa |
| |
07-19-08 |
Oduu, gaafii fi deebii hundeefamuu dhaabaa miti-mootummaa marii biyyootaa gaanfa Afriikaa ilaalchisee Abbaa Biyyaa waliin godhame |
| |
07-12-08 |
Oduu, sirbootaa fi weedduu |
| |
07-05-08 |
Oduu, Walaloo Abbaa Kallachaa (Tokkummaa) |
| Waxabajji (June) |
06-28-08 |
Oduu, Walaloo Abbaa Kallachaa (Dimokraasii beelaa) |
| |
06-21-08 |
Oduu, haala dararama saba oromoo irra gahaa jiru ilaalchise waamicha hiriira nagaa waldaa hawaasa oromootiin godhame ilaalchise ibsa gabaabaa |
| |
06-14-08 |
Oduu, haala dararama saba oromoo irra gahaa jiru ilaalchise waamicha hiriira nagaa waldaa hawaasa oromootiin godhame ilaalchise ilba gabaabaa |
| |
06-07-08 |
Oduu, sirbootaa fi weedduu |
| Camsaa (May) |
05-31-08 |
Oduu, Daguugii sanyii motummaa wayyaaneen saba oromoo dhiha oromiyaa irratti raawwate ilaalchise ibsa gumii paarlaamaa oromoo |
| |
05-24-08 |
Oduu, Qophii addaa - Waaraana shirri sirna wayyaanee Saboota Oromoo fi Gumuz giddutti baha Wallagaatti uumeen Oromootni 500 oli yeroo du'ani 18,000 qe'ee buqqa'anii jiru |
| |
05-17-08 |
Oduu, qophii addaa (wallaalummaa kan jedhu) |
| |
05-10-08 |
Oduu, qophii addaa waayee namoota lafa fudhatanii ilaalchisee (kutaa 1ffaa) |
| |
05-03-08 |
Oduu, galmee seenaa kutaa 4ffaa |
| Ebla (April) |
04-26-08 |
Walaloo Abbaa Kallachaa (guyyaa goototaa), Walaloo (Yaa Du'aa Ati Du'i) - du'a J/Taayyee Tafarraa ilaalchisee |
| |
04-19-08 |
Oduu, Walaloo guyyaa goototaa |
| |
04-12-08 |
Oduu, gaaffii fi deebii Mahaammad sheeka fi Abbabaa abbashuu waliin guyyaa goototaa ilaalchisee goone |
| |
04-05-08 |
Oduu, gaaffii fi deebii Obbo Jeyluu waliin guyyaa goototaa ilaalchisee goone |
| Bitotessa (March) |
03-29-08 |
Oduu |
| |
03-22-08 |
Oduu, Galmee Seena (Seena Gen. Taddasaa Birru Kutta 3ffa) |
| |
03-15-08 |
Oduu, Galmee Seena (Seena Gen. Taddasaa Birru Kutta 2ffa), Seenessu (Godaannsa kutaa 36ffa fi isa xumuraa) |
| |
03-08-08 |
Oduu, Galmee Seena (Seena Gen. Taddasaa Birru Kutta 1ffa), Seenessu (Godaannsa kutaa 35ffa) |
| |
03-01-08 |
Oduu, Seenessu (Godaannsa kutaa 34ffa) |
| Guraandhala (February) |
02-23-08 |
Oduu, Qophi Addaa (Cubbuu baqattoota Oromoo Bosaasoo irratti raawwatame), Walaloo (Qubeen loltuu taaee) |
| |
02-16-08 |
Oduu, Gaaffii fi deebii D/T hawaasa oromoo Washington DC wajji godhme, Seenessu (Godaannisa kutaa 33ffa) |
| |
02-09-08 |
Oduu, Qophii addaa (hojii gara jabinaa baqattoota oromoo bosaasoo jirani irratti raawwatame ilaalchise) |
| |
02-02-08 |
Oduu, Seenessu (Godaannsa kutaa 32ffa) |
| Amajji (January) |
01-26-08 |
Oduu, qophii addaa (afaan oromoo ilaalchisee) |
| |
01-19-08 |
Oduu, qophi addaa (Oromummaa kan jedhu) |
| |
01-12-08 |
Oduu |
| |
01-05-08 |
Oduu, Seenessu Godaannisa kutaa 30ffa |
| Sagantaa Bara 2007 |
| Muddee (December) |
12-22-07 |
Oduu, Seenessu Godaannisa kutaa 28ffa - Abdiisaan hintala duri Biilaa tti beeku (Weejee) arge, garuu Weejeen ani 'Meron' jette of mogaafteetti. |
| |
12-15-07 |
Oduu, Qophii addaa (Hawaasa jechaan maali?), Walaloo (Carraa keenya ta'e moo?) |
| |
12-08-07 |
Oduu, Seenessu(Godaannisa kutaa 27ffa - Abdiisaan xalayaa obbboleetti isaa Kulanii irraa ergameefi argatee jira) |
| |
12-01-07 |
Oduu, Qophi addaa(Oromummaa kan jedhu), Seenessu(Godaannisa kutaa 26ffa), Qophi addaa (dhaaba qindoominan ilaalchise) |
| Sadaasa (November) |
11-24-07 |
Oduu, Seenessu(Godaannisa kutaa 25ffa) |
| |
11-17-07 |
Oduu, Qophii addaa (Ijaarsa mana Oromoo Washington DC Ilaalchise) |
| |
11-10-07 |
Oduu,Seenessu(Godaannisa kutaa 24ffa) |
| |
11-03-07 |
Oduu, Qophii addaa (baqatootta Oromoo ilaalchise), Seenessu(Godaannisa kutaa 23ffa) |
| Onkololeessa (October) |
10-27-07 |
Oduu, Seenessu(Godaannisa kutaa 22ffa) |
| |
10-20-07 |
Oduu, Walaloo, Seenessu(Godaannisa kutaa 21ffa) |
| |
10-13-07 |
Oduu, Qophi addaa (Tokkummaa waldaa kristiyaana oromoo naannoo Washington DC ilalchise) |
| |
10-06-07 |
Oduu, Irreecha Ilaalchisee Qophi addaa, Seenessu (Godaannisa) |
| Fulbaana (September) |
09-29-07 |
Oduu, Walaloo guyyaa goototaa |
| |
09-08-07 |
Oduu, Seenessu (Godaannisa) |
Archives
- Caamsaa 27 (05-27-07) Oduu, Ogbarruu [Godaannisa - kitaaba Obbo Dhaabaa Wayyeessaa baasan irraa]
- Caamsaa 20 (05-20-07) Oduu, Ogbarruu [Kitaaba Obbo Dhaabaa Wayyeessaa baasan irraa]
- Caamsaa 05 (05-05-07) Oduu, Gaaffii fii deebii obbo Alemayehu Dhaabaa (Hogganaa Hawaasaa Oromoo Waashington DC) wajjin godhame.
- Ebla 28 (04-28-07) Oduu, Gaaffii fii deebii barataa Yunivarsitii Finfinee wajjin godhame.
- Guraandhala 31 (03_31_07)
- Guraandhala 17 (03_17_07)
- Guraandhala 10 (03_10_07)
- Guraandhala 03 (03_03_07)
- Bitootessa 24 (02_24_07)
- Bitootessa 03 (02_03_07)
- Amajjii 27 (01_27_07)
- Amajjii 20 (01_20-07)
- Amajjii 13 (01-13-07): News; Interview with Dr. Asafa Jalata on the ibvasion of Somalia.
- Amajjii 6 (01-06-07): News, Interview with Obbo Alemayehu Dhaba on the Afooshaa Program.
- Muddee 30 (12-30-06): News, interview on Oromo New Year Party.
- Muddee 23 (12-23-06): News; interview with Dr. Mohamad Hasen Part 2.
- Muddee 16 (12-16-06): News; interview with Dr. Mohamad Hasen Part 1.
- Muddee 9 (12-09-06): Walaloo, interview about AFOOSHAA with Obbo Alemayehu Daba (OCO-Chariman).
- Sadaasa (11-25-06): News; review of Sagalee Oromoo services (fund raising).
- Sadaasa (11-18-06): News; review of Sagalee Oromoo services (fund-raising)
- Sadaasa (11-11-06) News; review of sagalee Oromoo Services.
- Sadaasa (11-04-06) : Oduu; Interview on Afooshaa (OCO chairman).
- Onkololessa (10-28-06) : Oduu; Interview on afooshaa (OCO chiarman).
- Onkololessa (10-21-06) : Oduu; Interview with Dabbasaa Guyyoo.
- Onkololessa (10-14-06) : Oduu; interview with Dabbasaa Guyyoo.
- Onkololessa (10-07-06) : Oduu: interview with Dabbasaa Guyyoo.
- Fuulbana 30, 2006 (09-30-06)
- Fuulbana 16, 2006 (09-16-06)
- Fuulbana 02, 2006 (09-02-06) (News, Obbo Bulcha Dammaqsaa, Dabbasaa Guyyoo).
- Hagayya 26, 2006 (08-26-06) (News, Obbo Bulcha, Dabbasaa Guyyoo)
- Hagayya 19, 2006 (08-19-06) (News - Dabbasaa guyyoo, about Sisai Ibsa, Interview with Obbo Leencoo Lataa - Part II).
- Hagayya 12, 2006 (08-12-06) (News - Gen. Galchu, OCO Radio, Howard Hall, Interview with Obbo Leencoo Lataa - Part I).
- Hagayya 05, 2006 (08-05-06) (News - Afoosha, ULFO Part 3: Interview with Obbo Abera Tefera on ULFO)
- Adoolessa 29, 2006 (07-29-06)(ULFO Part 2: Interview with Obbo Daawud Ibsaa on ULFO)
- Adoolessa 22, 2006 (07-22-06) (ULFO Part 1: Interview with Obbo Abera Tefera on ULFO)
- Adoolessa 15, 2006 (07-15-06) (News, Finfinnee, and Oromo youth)
- Adoolessa 8, 2006 (07-08-2006) (News, Oromo Youth, Amb. Gandaa & Oromo Artists)
- Adoolessa 1, 2006 (07-01-2006) (News, Amb. Gandaa & interview with Wafido chairman)
- Waxabajjii 10, 2006 (06-10-2006) (News, plus interview with OCO chairman)
|